Imaanaa dhaloonni darbe nuuf kenne bu’uura cimaan ijaaruun dhaloota egeereef dabarsuu qabna – Pir. Shimallis Abdiisaa

fanabc.com
منذ 8 ساعات
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ummanni Oromoo waggaa 100 oliif aarsaa qaalii kaffaluun abbaa hiree ta'uu mirkaneesse jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan yaadaa fi Gaaffi