Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sooma Ramadaanaa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa harka qalleeyyiif sagantaa Afxaraa gaggeessan.Afxaraan har'aa kun waliif yaaduu, jaalala, tokkummaa fi gatii hawaasu