Itiyoophiyaa Amantaan, aadaa fi Sirni hundaa itti kabajamu Ijaarudha ergamni Mootummaa Ida’amuu- Obbo Tamasgeen Xurunaa

fanabc.com
منذ 3 ساعات
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa Amantaan, aadaa fi Sirni hundaa itti kabajamu ijaarudha ergamni Mootummaa Ida’amuu jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan.Obbo Tamasgeen xurunaa gama miidiyaa hawaasummaa isaa