Obbo Tamasgeen Xurunaan Sagantaa Ifxaaraa Invastimantii Hooldiingii Itiyoophiyaa qopheesse irratti hirmaatan

fanabc.com
منذ ساعة
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Sagantaa Ifxaaraa Invastimantii Hooldiingii Itiyoophiyaa qopheesse irratti hirmaataniiru.Saganticharratti Dursaa Itti aanaa Pirezidaantii Mana Maree Dhimmoota