Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamoo naannawaa adda addaatti balaa sigiga lafaa fi lolaa mudateen lubbuun namootaa darbuu hordofee guyyaan gaddaa sadii Mootummaa Naannichaan labsameera.Hogganaan Kominikeeshin