Arsenaal, Maadriidii fi PSG’n nuusa xumuraaf darban

fanabc.com
منذ 41 دقيقة
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018 (FMC) –Tapha deebii mo'anii darbuu Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal, Maadriidii fi PSG'n nuusa xumuraaf darbaniiru.Arsenaal har'a galchii 2 fi 0'n Leeverkuusan yoo injifatu, dhaqaa gala ga