Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC)- Hawaasni Musliimaa wayita Ayaana Iid Al faxir kabaju lammiilee rakkatan gaafachuu fi gargaaruun ta’uu qaba jedhe Manni Maree Dhimmoota Islamummaa Magaalaa Finfinnee.Pireezidaantii ittaanaa Mana Marichaa Sheek Muha