Aangoon Taaddasee dheereffamuun "seera-qabeessa" ta'uu Waajirri Ministira Muummee BBCf ibse - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 4 ساعات
Ministirri Muummee Abiy Ahmed (PhD) yeroo aangoo pirezidantii bulchiinsa mootummaa yeroofii naannoo Tigraay Taaddesee Warradeef kan dheeressaniif bu'uura seeraa waliigaltee Piritooriyaatiin booda vaheen waan ta'eef "seera qabeessa" akka ta'e waajirri isaanii BBCf ibseera.