Sagantaan ashaaraa magariisaa sirnaan hogganamuun isaa bu’aa qabeessa taasise – obbo Aganyahu Tashaagar

fanabc.com
منذ 7 ساعات
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Sagantaan ashaaraa magariisaa sirnaan hogganamuun isaa bu’aa qabeessa taasiseera jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar.Sagantaan ashaaraa magariisaa marsaa 8ffaan mata duree ‘abdii ha