Afrikaa Kibaatii guyyaan dhumaa godaantonni akka bahan kenname dhiyaannaan Embaasiin Itoophiyaa lammileen akka of eeggatan hubachiise - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Afrikaa Kibbaatti gaggeessitoonni sochii farra godaantotaa namoonni godaansaan biyyattii keessa jiran akka bahaniif guyyaan dhumaa kennan dhiyaachuu hordofee, Embaasiin Itoophiyaa Piritooriyaatti argamu godaantonni "of eggannoo" akka taasisan hubachiise.