Paaraaguwaay guyyaan Waancaa Addunyaan Jarman itti injifatte  ayyaana biyyaalessaa akka ta’u labsite

fanabc.com
منذ 10 ساعات
Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan Paaraaguwaay guyyaan Jarman itti injifatte ayyaana biyyaalessaa akka ta’u labsite.Paaraaguwaay osoo hin eegamne shaampiyoonaa yeroo 4 Jarman injifachuun marsaa itti aanuuf