Mojtabaa Kaameenii awwaalcha abbaasaarratti maaliif hin argamne? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Erga Bitootessa 8, 2026 hoogganaa olaanaa Iraan ta'uun muudamee maqaasaatiin dhimmoota garaagaraa irratti ibsa barreeffamaan ba'uun alatti qaamaan hawaasatti mul'atee hin beeku Mojtabaa Kaameenii.