Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC) – Taphni Waancaa Addunyaa 23ffaa qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon taphatamaa jiru nuusa xumuraa gaheera.Waltajjiin biyyoota 48 hirmaachisuun Waxabajjii 4, 2018 eegale kun amma biyyoonni 8 qofti hafan