Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Leenjisaa Roobeertoo Maartiineez waliin adda kan bahe gareen biyyaalessaa Poorchugaal Joorj Jeesuusiin leenjisaa isaa gochuun muudeera.Leenjisaan duraanii Al Naasir Joorj Jeesuus garee biyyaalessaa Poorchugaal hanga