Dameen Aviyeeshinii Itiyoophiyaa Afrikaarraa adda duree fi sadarkaa idil-addunyaatti saffisa guddaan guddachaa kan jiru mootora diinagdee isa guddaa ta’eera.Damichi sosochii tuurizimiifi daldalaa biyyattii keessatti oomisha biyya keessaan Doolaara bi