Waqtii seena qabeessa Itiyoophiyaan marii biyyaalessaa guddaafi seena qabeessa ta’eef qophaa’aa jirtu kanatti ijoollee biyya koo hundaaf waamicha guddaafi kabajaa dabarsun qaba.Mariin guyyaa boruu eegalu waltajjii siyaasaa murteessaa ta’e qofa osoo h