Arjentiinaa fi Ingilaandi keessaa eenyuta Dilbata dhufu Ispeen waliin morkata?

fanabc.com
منذ دقيقتين
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018 (FMC) – Tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa falmiin har’a Arjentiinaa fi Ingilaandi waliin taasisan hawwiin eegama.Har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee morkiin biyyoonni lamaan waancaaf darbuuf taasisan akkaan eegama.Bi