Masrii fi Ertiraan Galaana Diimaa 'seeraan ala to'achuuf' yaalii taasifamu balaaleffatan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 19 ساعة
Masrii fi Ertiraan ''nageenyaa fi bulchiinsi'' Galaana Diimaa kan ilaallatu biyyoota qarqara galaanicha jiran qofaadha jedhan.