Abbaan qabeenyaa restoraantii nyaata irratti goondaa firfirsuun dhiyeesse adabamuufi - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Abbaan alangaa Kooriyaa Kibbaa abbaa qabeenyaa reestoraantii nyaata mi'aawaa miidhagsuuf goondaa itti dabaale hidhaa waggaa tokkoon akka adabamu gaafachaa jira jechuun miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan.