Godaantonni Itoophiyaa Saawudiitti himataman murtee du'aan adabamuuf jiru- Kom.Mirgoota Namoomaa Gamtaa Afrikaa - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Komishiniin Mirgoota Namoomaa fi Uummataa Gamtaa Afrikaa godaantonni Itoophiyaa Sawud Arabiyaa jiran murtee du'aan adabamuuf jiru jechuun yaaddoo qabu ibse.