Faayidaa Qullubbiin Diiimaa fayyaa qaamaaf qabu

fanabc.com
منذ 21 ساعة
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC) - Qullubbii diimaa nyaata keessatti fayyadamuun fayyaa namaatiif faayidaa hedduu qaba. Isaan keessaa:1. Dandeettii ittisa dhibee ni cimsa – Viitaamin C fi farra oksiidaantotaa qabaachuun qaamni dhibee irraa akka of