Ijipti Hidhicha ilaalchisee himannaa bu’uura hin qabne dhiyeessurra mariitu ishee fayyada – Dooktar Habtaamuu Ittafaa

fanabc.com
منذ 4 ساعات
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Ijipti Hidha Haaromsaa ilaalchisee himannaa bu’uura hin qabne dhiyeessurra akkaataa hammattoo waloon mari’achuutu ishee fayyada jedhan Ministirri Bishaanii fi Inarjii Dooktar Habtaamuu Ittafaan.Dooktar Habtaamuu