Gorsaan Tiraamp mariin Kaayirootti taasisan ''farra Itoophiyaa'' miti jedhan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 10 ساعات
Gorsaa olaanaa dhimma Arabaafi biyyoota Kaaba Afrikaa Pirezidant Tiraamp kan ta'an Maasaad Buloos dhihoo Kaayiroo keessatti ministiroota dhimma alaa Masrii, Ertiraafi Somaaliyaa waliin mari'ataniiru.