Obbo Shimallis Abdiisaan duula dhaabbii ashaaraa magariisaa guyyaa boruu gaggeeffamu irratti uummanni dammaqinaan akka hirmaatu waamicha dhiyeessan

fanabc.com
منذ 12 ساعة
Finfinnee, Adoollesa 26, 2018( FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan duula dhaabbii ashaaraa magariisaa guyyaa boruu gaggeeffamu irratti uummanni dammaqinaan akka hirmaatu waamicha dhiyeessaniiru.Obbo Shimallis Abd