Riyaal Maadriid waliigaltee Viniishiyas Juuniyar waliin qabu hanga bara 2032tti dheeresse

fanabc.com
منذ 3 ساعات
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Kilabni Ispeen Riyaal Maadriid taphataa sarara fuulduraa Biraaziil, Viniishiyas Juuniyar waliin waliigaltee qabu hanga Waxabajjii bara 2032tti akka dheeresse ifoomseera.Viniishiyas Juuniyar umurii isaa waggaa 18