Marii biyyaalessaa irratti waa'ee Finfinnee qabxiileen falmisiisoon ka'an fi murteen darban maali? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 ساعات
Yeroo ji'a tokko ta'uuf kan ture mariin biyyaalessaa ajandaawwan dhihaatan saddeet irratti mari'achuun gara xumuraatti dhihaataa jira. Kana keessatti akkaan falmisiisaa kan ta'ee fi ammallee gara tokkotti kan hin baane dhimma magaalaa Finfinneeti.