Finfinnee, Hagayya 7, 2018 (FMC) – Yeroo guddinni teeknooloojii addunyaa saffisaan itti fufaa jiru kanatti, dandeettiin nageenyaa fi ittisaa biyyootaa sirna waraanaa baramaa qofa irratti osoo hin taane, beekumsa, odeeffannoo fi teeknooloojii ammayyaa