Finfinnee, Hagayya 13, 2018 (FMC) -Maanchiister Yunaayitiid taphataa sarara gidduu Kaameeruun Kaarloos Baaleebaa kilabii Biraayitan irraa mallatteessuuf dhiyaateera.Maanchiister Yunaayitiid taphataa kanaaf kaffaltii dabarsa paawundii miliyoona 60 dhi