الرئيسية
عاجل
الأكثر تداولا
وظائف
حالة الطقس
Yaa'iin Marii Biyyaalessaa Finfinneen magaalaa guddoo Oromiyaa jedhamtee heera keessatti akka tumamu waliigale - BBC News Afaan Oromoo
bbc.com
منذ 24 ساعة
Mariin Biyyaalessaa Itoophiyaa ji'a tokkoo oliif ajandaawwan biyyaalessaa mari'achaa turuun guyyaa har'aa yaadota murtoo xumuraa dhiyeesseera. Haaluma kanaan magaalaan Finfinnee itti waamamni ishee magaalaa guddoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta'uu heera mootummaa keessatti akka tumamu yaada murtoo dhiyeesse.
اقرأ من المصدر
شارك على الفيسبوك
شارك على تويتر
حمل التطبيق لمشاهدة المزيد
أخبار ذات صلة
Sirna cufinsaa Marii Biyyaalessaarratti aanga'oonni maal jedhan? - BBC News Afaan Oromoo
اقرأ المزيد
Guyyoota dhumaa lamaan Marii Biyyaalessaarratti wanti mudate maali? - BBC News Afaan Oromoo
اقرأ المزيد
Waa'ee haleellaa Giddaaa Ayyaanaatti hidhattoota 'Faannoon' gaggeeffamee maal beekna? - BBC News Afaan Oromoo
اقرأ المزيد
Waa'ee haleellaa diroonii Maqaleetti raawwatame jedhamee maal beekna? - BBC News Afaan Oromoo
اقرأ المزيد
Hireen lammiilee Itoophiyaa Tiraamp Ameerikaa keessaa baasuuf jedhuu maal taha? - BBC News Afaan Oromoo
اقرأ المزيد