Obasaanjoo fi Hoogganaa TPLF Dabratsiyoon gidduutti maaltu mudate? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 14 ساعة
Waliigaltee Piriitooriyaa irratti mariisistoota keessaa tokko kan turan pirezidantiin duraanii Naayijeeriyaa Oluseegun Obasaanjoo Wiixata kaleessaa ''daawwannaa tasaa'' gara Tigraayitti taasisuu bulchiinsi naannochaa TPLFn hoogganamu ibse.