Barattuu maqaasheen manni kitaabaa moggaafame dubartoota keessaa qabxii kutaa 12ffaa olaanaa galmeessite - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Bara 2018 A.L.I qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota fudhatan kuma 550 ol keessaa dhibbeentaan 12.8 qabxii isaan dabarsu argachuu ministeerri barnootaa beeksiseera.