Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) — Kilabni Ispeen Baarseloonaan taphataa sarara fuulduraa Biraazil Gaabri’eel Jiisas, Arsenaal irraa mallatteessisuuf waliigaltee irra ga’eera.Baarseloonaan taphataa kanaaf kaffaltii jijjiirraa paawundii miiliyoona 8.