Kantiibaa Adaanech Abeebee “Shaampiyoonaa Guddina Daa’imummaa Duraa” jedhamuun beekamtii addunyaa argatan

fanabc.com
منذ 10 ساعات
Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, Inisheetiivii idil-addunyaa “Act For Early Years” jedhamuun beekamtii “Shaampiyoonaa Guddina Daa’imummaa Duraa” argataniiru.Beekamtiin kun hoggansi Kantiibaa Adaanech