Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ 3 ساعات
Guyyaa OomishtummaaAbbootiin keenyaa dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa daangaa Itiyoophiyaa eeguun biyya guddoo nu dhaalchisaniiru.Har’as karaa haaraa fi seenaa qabeessa, kadhannaa fi hirkattummaa irraa bilisa ta’een, birmadummaa dhugaa mirkanees