Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan wabii nyaataa fi birmadummaa nyaataa ishee mirkaneessuuf damee qonnaa keessatti hojiiwwan misoomaa bal’aa hojjechaa jirti. Hojiiwwan misoomaa kanneen keessaa qonna qamadii jallisii bonaa babal’isuun is