Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu bu’aalee gama hedduun galmeessaa jiruun, olkaa’iinsa Itiyoophiyaa qabatamaan mul’isaa jira.Sagantaan kun yaada Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad