Guyyaa hawwii guddaan eegamtu….

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) –Baatiiwwan waqtii gannaa firaafi aanteen dhihoofi fagoo jiru dhimmoota garaagaraan ko’oommatee walirraa fagaata.Kaan hojii qonnaan, kaan sadarkaa barnootaa isaa fooyyeffachuuf barnootaaf gara magaalaa/ iddoo biraatt