Itiyoophiyaan filmaatawwan fayinaansii haaraa akka argattuuf BRICS carraa uumeera- Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ 13 ساعة
Finfinnee, Fulbaana 3, 2019 (FMC)- Itiyoophiyaan filmaatawwan fayinaansiifi gabaa haaraa akka argattuuf BRICS carraa uumeera jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad haasawa yaa’ii hoggantootaa BRICS 1