Sababa 'yaaddoo nageenyaan' barattoonni Tigraayitti akka hin ramadamne murtaa'e - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 9 ساعات
Barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo Naannoo Tigraay keessatti barachaa jiran ''komii dhiheeffataniin'' yunivarsiitiiwwan kaanitti ''yeroodhaaf'' akka ramadaman murtaa'e.