Ramaddiin barattoota Yuunivarsiitii seenanii ifoome!

fanabc.com
منذ 14 ساعة
Finfinnee, Fulbaana 6, 2019 (FMC) – Ramaddiin Yuunivarsiitii barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii qabxii darbiinsaa argatanii ifoomeera.Barattoonni Yuunivarsiitii itti ramadaman beekuuf sirna Onlaayinii dhimma kanaaf qop