Haleellaa Abashgeetti nama hedduu ajjeesse eenyutu raawwate? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 42 دقيقة
Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa Godina Guraagee aanaa Abashgeetti haleellaa wixata darbe raawwatameen namootni nagaa 10'n caalan ajjeefamuu jiraattonni BBCtti himan.