Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC)- Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun Fulbaana 21, 2019 magaalaa Bishooftuutti fiigichi guddaan daandiirraa kiiloomeetira 10 ni gaggeeffama. Fiigicha guddaa mul’iftuu aadaa fi Ispoortii kanarratti Ispoorteessitoonni, ja