Ayyaanota dirree iddoowwan gahumsa tuurizimii magaalichaa cimsan

fanabc.com
منذ 13 ساعة
Finfinnee, Fulbaana 13, 2019(FMC)- Itiyoophiyaan aadaawwan fi duudhaalee boonsaa dhalootaa dhalootatti darban biyya qabdudha. Ayyaanonni Damaraa, Masqalaafi Irreechaa ayyaanota dirree baatii Fulbaanaa keessa Finfinneetti haala ho’aa ta’een kabajamani