Caffeen Oromiyaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’ee akkan tajaajilu irra deebisee namoggaasuu isaatiif ulfinafi kabaja olaanaan qaba – Pir. Shimallis Abdiisaa

fanabc.com
منذ 3 ساعات
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Yaa’ii Caffee duraa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 7ffaa har’a gaggeeffame ilaalchisee ergaa dabarsaniiru.Caffeen Oromiyaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’ee