Tigist Asaffaa Kaadhimamtummaa Badhaasa Atleetii Cimaa Addunyaa keessatti hammatamte

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Finfinnee, Fulbaana 26, 2019 (FMC) –Atleetiksiin Addunyaa tarree kaadhimamtoota badhaasa Atleetota Ciccimoo Addunyaa kan bara 2026 ifoomseera. Kanaanis, atleet Tigist Asaffaa gama dubartootaan tarree atleetota 10 kaadhimaman keessatti hammatamteetti.