Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Hindii Dooktar Suubraahimaaniyaa Jaayishaankaar waliin mari’atan

fanabc.com
منذ 3 ساعات
Finfinnee, Fulbaana 29, 2019(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Hindii Dooktar Suubraahimaaniyaa Jaayishaankaar waliin mari’ataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa mniidiyaa hawaasummaa isaaniin dab