MM Abiy Ahmad Ministiira Muummee Israa'el Beeniyaamiin Netaaniyaahuu waliin 'dhimmoota ijoorrarratti' mariyachuu himan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 4 ساعات
MM Abiya gaggeessaa Israa'el Beeniyaamiin Netaaniyaahuu waliin dubbachuusaanii fuula X irratti kan barreessan yoo ta'u, dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii akkasumas dhimmoota naannoo irrattis mariyachuu ibsan.