Dhiyeessii manneen jireenyaa guddisuu fi gatii madaalawaa ta’e taasisuuf ni hojjenna – Kantiibaa Adaanech Abeebee

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2019 (FMC) –Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen daballiin gatii sababa malee taasifamu to’achuuf qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mari’ataniiru.Rakkoolee dhiyeessii bu’uura irraa furuun, sirna gabaa haqa qabees