Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2019 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 364 gara biyyaa deebi'aniiru.Lammiilee balalliiwwan 6 gara biyyaa deebi'an kanneen keessaa kumni 1 fi 360 dhiiroota yoo ta'an,