Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 4ffaa har’a taphatamaniin morkiin Atileetikoo Maadriid – Baayerni Muunik, Baarseloonaan ammoo Astoon Viilaa waliin taasisan ni eegamu.Har’a galgala sa’aatii 2:45